Diramaa xumura hin qabne kan mootummaan WBO’n balleessa jechuun dalaguun hawwaasni jeequmsa ulfaataaf saaxilamee jira.

  • Post author:
  • Post last modified:April 23, 2024

Diramaa xumura hin qabne kan mootummaan WBO'n balleessa jechuun dalaguun hawwaasni jeequmsa ulfaataaf saaxilamee jira. Tibbana Oromiyaa kutaalee hundatti duula WBO dhabamsisuu jedhuun mootummaan Itoophiyaa keessoon caasaaf labsii dabarsee hojiitti…

Continue ReadingDiramaa xumura hin qabne kan mootummaan WBO’n balleessa jechuun dalaguun hawwaasni jeequmsa ulfaataaf saaxilamee jira.

Caasaan mootummaa ilma abbaa Gadaa ajjeese jechuun yoo dhaadatu maddeen kaan ammoo gabaasichi soba ta’uu akeekan.

  • Post author:
  • Post last modified:April 22, 2024

Caasaan mootummaa ilma abbaa Gadaa ajjeese jechuun yoo dhaadatu maddeen kaan ammoo gabaasichi soba ta'uu akeekan. Gabaasni miidiyaalee mootummaa hedduun torban darbe keessa ilma abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa ajjeefame jechuun…

Continue ReadingCaasaan mootummaa ilma abbaa Gadaa ajjeese jechuun yoo dhaadatu maddeen kaan ammoo gabaasichi soba ta’uu akeekan.

Liibaan Cuqqaalaatti Maanguddoo Oromoo beekamaa ta’an Siidaa Taliilaa waraana mootummaan ajjaafaman

  • Post author:
  • Post last modified:April 1, 2024

Liibaan Cuqqaalaatti Maanguddoo Oromoo beekamaa ta'an Siidaa Taliilaa waraana mootummaan ajjaafaman Bara bulchiinsa hogganummaa TPLF keessaa qabanii sirna mootummaa Itoophiyaa jalatti hacuuccaan, dararaa fi hidhaan irra gahaa kan ture maanguddoon…

Continue ReadingLiibaan Cuqqaalaatti Maanguddoo Oromoo beekamaa ta’an Siidaa Taliilaa waraana mootummaan ajjaafaman

Barattoonni Yuunivarsiitii Arsii hiriira bahuun Oromoo Walloo cina dhaabbachuu ibsatan

  • Post author:
  • Post last modified:March 27, 2024

Barattoonni Yuunivarsiitii Arsii hiriira bahuun Oromoo Walloo cina dhaabbachuu ibsatan Lola baatii ramaadaanaa eeggatee Oromoo Walloo irratti banamu akka dhaabbatuuf barattoonni Yuunivarsitii Arsii hiriira bahuun gaafatan. Hiriirri kun Kiibxata kaleessaa…

Continue ReadingBarattoonni Yuunivarsiitii Arsii hiriira bahuun Oromoo Walloo cina dhaabbachuu ibsatan

Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobana Hoolaa “dhiibbaan humnoota mootummaan namudataa jiru hammaate” jedhan.

  • Post author:
  • Post last modified:March 22, 2024

Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobana Hoolaa “dhiibbaan humnoota mootummaan namudataa jiru hammaate” jedhan. Waraanni mootummaa kaleessa lafa barii jala mana jireenyaa isaanii Maqiitti argamu irra deebiin weeraruu kan himan Abbaa Gadaa…

Continue ReadingAbbaan Gadaa Tuulamaa Goobana Hoolaa “dhiibbaan humnoota mootummaan namudataa jiru hammaate” jedhan.