Caasaan mootummaa ilma abbaa Gadaa ajjeese jechuun yoo dhaadatu maddeen kaan ammoo gabaasichi soba ta’uu akeekan.
Caasaan mootummaa ilma abbaa Gadaa ajjeese jechuun yoo dhaadatu maddeen kaan ammoo gabaasichi soba ta'uu akeekan. Gabaasni miidiyaalee mootummaa hedduun torban darbe keessa ilma abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa ajjeefame jechuun…