Miseensota Tiksee Gadaa Oromoo

Dubbi himaa Gumii Gadaa Oromoo piroofesor Hisqeel Gabbisaa "Akka Oromootti, amma haala hamaa keessa jirra. Dhugaadhumaan bakka Afaan ingliziitin “fork in the road” ykn karaa qaxxaamuraa jedhamu irra jira. Yookis…

0 Comments

Ergaa Dr Bayaan

Walitti Qabaa Hayyoota Gadaa Oromoo, Bayaan Asoobaa (Ph.D) Ergaa walitti qabaa Hayyoota Gadaa Oromoo  Hunda dura dursee baga waamicha keenya dhageessanii naagaan dhuftani. Dhimma waltajjii hayyoota Gadaa Kampaalaarratti ta’e otuu…

0 Comments