Dhiibbaa qaama mootummaarraan isa mudateef jecha qorannaa Battee addaan kutuu KMNI beeksise

  • Post author:
  • Post last modified:May 7, 2024

Dhiibbaa qaama mootummaarraan isa mudateef jecha qorannaa Battee addaan kutuu KMNI beeksise Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa ajjeechaa obbo Battee Urgeessaa irratti qorannoo taasisaa ture addaan kutuuf dirqamuusaa beeksise. Ajjeefamuu qondaala…

Continue ReadingDhiibbaa qaama mootummaarraan isa mudateef jecha qorannaa Battee addaan kutuu KMNI beeksise

Mariin haqa qabeessi biyyattii keessatti barbaachisu kan qaamolee waraana keessa jiran makate qofaadha jedha ABO-WBO’n ibsa baaseen.

  • Post author:
  • Post last modified:May 7, 2024

Mariin haqa qabeessi biyyattii keessatti barbaachisu kan qaamolee waraana keessa jiran makate qofaadha jedha ABO-WBO'n ibsa baaseen. ABO-WBO Marii Biyyaalessaa, Haqa Yeroo Ce’umsaa fi hidhannoo hiikkachuu ilaalchisee ibsa baaseen, mariin…

Continue ReadingMariin haqa qabeessi biyyattii keessatti barbaachisu kan qaamolee waraana keessa jiran makate qofaadha jedha ABO-WBO’n ibsa baaseen.

Baakkoo Tibbeetti daldalaa Oromoo qarshii saamuuf dhukaasa halkaniin banameen miidhaa guddaan irra dhaqqabuu himame.

  • Post author:
  • Post last modified:April 30, 2024

Baakkoo Tibbeetti daldalaa Oromoo qarshii saamuuf dhukaasa halkaniin banameen miidhaa guddaan irra dhaqqabuu himame. Shaggar Lixaa aanaa Baakkoo Tibbeetti daldalaa Oromoo tokkotti dhukaasa dhukaafameen miidhaa guddaan dhaqqabuu himame. Gochaan kun…

Continue ReadingBaakkoo Tibbeetti daldalaa Oromoo qarshii saamuuf dhukaasa halkaniin banameen miidhaa guddaan irra dhaqqabuu himame.

Itoophiyaatti sababa dhabiinsa maallaqaan projectiin daandilee waliigalteerra ture hedduun haqame

  • Post author:
  • Post last modified:April 26, 2024

Itoophiyaatti sababa dhabiinsa maallaqaan projectiin daandilee waliigalteerra ture hedduun haqame Qe'ee bahaa galli isaa waraana ta'e Itoophiyaa keessatti hojiiwwan misooma hawwaasa guutummaan sadarkaa dhaabbachuurra gahuu isaanii maddeen miidiyaa himaa jiran.…

Continue ReadingItoophiyaatti sababa dhabiinsa maallaqaan projectiin daandilee waliigalteerra ture hedduun haqame