Daddabarsi qorichaa seeraan alaa dhibeewwan weeraroo ittisuuf gufuu ta’eera jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa

  • Post author:
  • Post last modified:March 21, 2024

Daddabarsi qorichaa seeraan alaa dawaalee dhibeewwan weeraroo ittisuuf gufuu ta’eera jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa Oromiyaatti daddabarsi seeraan alaa dawaalee, dhibeewwan bifa weeraraan Naannoo Oromiyaatti mudatan ittisuuf gufuu ta'uu Biiroon Fayyaa…

Continue ReadingDaddabarsi qorichaa seeraan alaa dhibeewwan weeraroo ittisuuf gufuu ta’eera jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa

Magaalaa Gambeellaatti Poolisiin tiraafikaa tokko rukutamuun wal qabatee jeequmsi dhalate.

  • Post author:
  • Post last modified:March 19, 2024

Magaalaa Gambeellaatti Poolisiin tiraafikaa tokko rukutamuun wal qabatee jeequmsi dhalate. Magaala guddoo Naannoo Gaambeellaa, Gaambeellaa, keessatti Wixata kaleessaa poolisiin tiraafikaa tokko rasaasaan rukutamuu hordofee naannichatti muddamni dabalaa dhufuu jiraattonni himan.…

Continue ReadingMagaalaa Gambeellaatti Poolisiin tiraafikaa tokko rukutamuun wal qabatee jeequmsi dhalate.

Peresedaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqii irraa muuxannoo biyya ijaaruu akka fudhatan Peresedaantii Somaaliyaa himuun danuu ajaa’ibe.

  • Post author:
  • Post last modified:March 19, 2024

Peresedaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqii irraa muuxannoo biyya ijaaruu akka fudhatan Peresedaantii Somaaliyaa himuun danuu ajaa'ibe. Gidduu kana guyyoota lamaaf Eertiraa kan turan Pirezidaantiin Somaaliyaa, “muuxannoo Eertiraan biyya ijaaruurratti qabdu qoddachuu”…

Continue ReadingPeresedaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqii irraa muuxannoo biyya ijaaruu akka fudhatan Peresedaantii Somaaliyaa himuun danuu ajaa’ibe.

ABO’n qondaallis siyaasaa isaa Abdii Raggaasaaf kaan mana hidhaa osoo jiranii obbo Abdii Illee yakkamaan hiikamuun nama gaddisiisa jedhe

  • Post author:
  • Post last modified:March 18, 2024

ABO'n qondaallis siyaasaa isaa Abdii Raggaasaaf kaan mana hidhaa osoo jiranii obbo Abdii Illee yakkamaan hiikamuun nama gaddisiisa jedhe Sanbata darbe jechuun Bitootessa 16,2014 ABO'n ibsa baaseen mootummaan Itoophiyaa ammallee…

Continue ReadingABO’n qondaallis siyaasaa isaa Abdii Raggaasaaf kaan mana hidhaa osoo jiranii obbo Abdii Illee yakkamaan hiikamuun nama gaddisiisa jedhe

Kaaba Oromiyaa Wallootti haleellaa Faannoon gaggeessaa jiruun namooti hedduun ajjeefamaa akka jiran himame.

  • Post author:
  • Post last modified:March 18, 2024

Kaaba Oromiyaa Wallootti haleellaa Faannoon gaggeessaa jiruun namooti hedduun ajjeefamaa akka jiran himame. Humnoonni Faannoo haleellaa ilmaan Oromoo irratti raawwataa jiraniin miidhaa guddaa geessisaa jiraachuu gabaasaaleen ifoomsan. Yeroo ammaa kanatti…

Continue ReadingKaaba Oromiyaa Wallootti haleellaa Faannoon gaggeessaa jiruun namooti hedduun ajjeefamaa akka jiran himame.