Uummatni Oromoo Somaaliland keessa jiraatan haala nama gaddisiisuun ajjeechaan irratti raawwataa jira.

  • Post author:
  • Post last modified:March 15, 2024

Uummatni Oromoo Somaaliland keessa jiraatan haala nama gaddisiisuun ajjeechaan irratti raawwataa jira. Mootummaan Itoophiyaa dhimma furmaata hin qabne, kan galma gahuun isaa hin mirkanoofne holola waa'ee galaana diimaa eegaluun isaa…

Continue ReadingUummatni Oromoo Somaaliland keessa jiraatan haala nama gaddisiisuun ajjeechaan irratti raawwataa jira.

Godina Jimmaatti WBO deggarta jedhamuun nama reebichi waraana mootummaan irra gahe ijji duraa jaamuu himame.

  • Post author:
  • Post last modified:March 15, 2024

Godina Jimmaatti WBO deggarta jedhamuun nama reebichi waraana mootummaan irra gahe ijji duraa jaamuu himame. Maqaa deggaraa WBO fi kanneen WBO sooran jedhamuun dararaaf hiraarsaa Oromiyaa keessatti dhaqqabaa jiruun uummati…

Continue ReadingGodina Jimmaatti WBO deggarta jedhamuun nama reebichi waraana mootummaan irra gahe ijji duraa jaamuu himame.

ABO’n qorannoo REUTERS tibbana ifoomse bu’uureffatee ibsa har’a baaseen qabiyyee koree nageenyaa irratti qorannichi ibsa dabalataafi bal’aa kenna jedhe.

  • Post author:
  • Post last modified:March 13, 2024

ABO'n qorannoo REUTERS tibbana ifoomse bu'uureffatee ibsa har'a baaseen qabiyyee koree nageenyaa irratti qorannichi ibsa dabalataafi bal'aa kenna jedhe. Caasaan dhaabaafi koree nageenyaa jedhamu kun gara Aanaafi Gandaatti babal'atee gocha…

Continue ReadingABO’n qorannoo REUTERS tibbana ifoomse bu’uureffatee ibsa har’a baaseen qabiyyee koree nageenyaa irratti qorannichi ibsa dabalataafi bal’aa kenna jedhe.

Shawaa Kaabatti Faannoon jireenya uummataa irratti balaa guddaa geessisaa jiraachuun barame.

  • Post author:
  • Post last modified:March 13, 2024

Shawaa Kaabatti Faannoon jireenya uummataa irratti balaa guddaa geessisaa jiraachuun barame. Haleellaa sabummaa irratti fuulleffatee adeemaa jiruun loltoonni Faannoo addatti Oromoo adamsanii miidhaa irraa geessisuu, qabeenya isaa mancaasuuf ajjeesuu dabalatee…

Continue ReadingShawaa Kaabatti Faannoon jireenya uummataa irratti balaa guddaa geessisaa jiraachuun barame.