IGAD “waldhabdee” tibbana Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduu uumame irratti mari’achuuf walga’ii yoo waamu, Chaayinaan ejjennoo Somaaliyaa tumsite.

  • Post author:
  • Post last modified:January 12, 2024

IGAD "waldhabdee" tibbana Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduu uumame irratti mari’achuuf walga’ii yoo waamu, Chaayinaan ejjennoo Somaaliyaa tumsite. IGAD “waldhabdee" tibbana Somaaliyaa fi Itoophiyaa gidduutti uumame fi waraana Sudaan keessatti deemaa…

Continue ReadingIGAD “waldhabdee” tibbana Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduu uumame irratti mari’achuuf walga’ii yoo waamu, Chaayinaan ejjennoo Somaaliyaa tumsite.

Hogganaan hidhattoota Huutii UK fi Ameerikaatti yoo dhaadatu, Sa’ud Arabiyaan dubbiin haa qabbanaa’u jette.

  • Post author:
  • Post last modified:January 12, 2024

UK fi Ameerikaan tibbana tarkaanfii waraanaa hidhattoota Huutii irratti fudhachuu gabaafamaa ture. Gama isaaniin gaggeessitoonni Huutii haleellaan kun irratti gaggeeffamuu ibsaniiru. Tarkaanii US fi UK kanaanis hidhattoonni Huutii miseensoonni shan…

Continue ReadingHogganaan hidhattoota Huutii UK fi Ameerikaatti yoo dhaadatu, Sa’ud Arabiyaan dubbiin haa qabbanaa’u jette.

Ajjeechaan loltoota mootummaa Itoophiyaan raawwatamaa jira jedha gabaasni bahaa jiru.

  • Post author:
  • Post last modified:January 12, 2024

Waraanni Mootummaa Itoophiyaa kutaalee Oromiyaa adda addaa keessatti ajjeechaa raawwachuu itti fufan. Abbootii amantaa dabalatee maanguddootaaf daa'imman nagaan Oromiyaa keessatti loltoota mootummaan ajjeefamuu gabaasni agarsiisu ammallee bahaa jira. Haalli waraanaa…

Continue ReadingAjjeechaan loltoota mootummaa Itoophiyaan raawwatamaa jira jedha gabaasni bahaa jiru.

Hawwaasni Oromoo Somaalilaand dhimma ulaa galaanaan wal qabatee haala rakkisaaf saaxilame

  • Post author:
  • Post last modified:January 10, 2024

Hawwaasni Oromoo siyaasaa Itoophiyaa keessatti miidhaan irra gahuun ammallee hammaatee jira. Uummatni Oromoo biyya Somaalilaand keessa jiraatan dhimma gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaan kaafteen wal qabatee rakkoo hammaataaf saaxilamaa jiran. Hawwaasni…

Continue ReadingHawwaasni Oromoo Somaalilaand dhimma ulaa galaanaan wal qabatee haala rakkisaaf saaxilame