Faannoon haleellaa Oromoo irratti gaggeessu hammeessuun Salaalee Aanaa Dharraa gandoota 6 ta’an keessaa uummata buqqisuun barame.

  • Post author:
  • Post last modified:March 7, 2024

Faannoon haleellaa Oromoo irratti gaggeessu hammeessuun Salaalee Aanaa Dharraa gandoota 6 ta'an keessaa uummata buqqisuun barame. Akeeka Oromoo lafarraa balleessuu jedhuun sochii waraanaa gaggeessaa kan jiran humnoonni Faannoo Salaalee aanaa…

Continue ReadingFaannoon haleellaa Oromoo irratti gaggeessu hammeessuun Salaalee Aanaa Dharraa gandoota 6 ta’an keessaa uummata buqqisuun barame.

Kibba Oromiyaa Godina Booranaatti milishoonni dargaggoo tokko saamuuf qabanii osoo reebanii ajjeesan.

  • Post author:
  • Post last modified:March 7, 2024

Kibba Oromiyaa Godina Booranaatti milishoonni dargaggoo tokko saamuuf qabanii osoo reebanii ajjeesan. Dararaan hawwaasa irra dhaqqabu guyyumaan dabalaa kan deeme Oromiyaa keessatti ammallee haalli ooltee bultii hawwaasaa madda yaaddoo isa…

Continue ReadingKibba Oromiyaa Godina Booranaatti milishoonni dargaggoo tokko saamuuf qabanii osoo reebanii ajjeesan.

WBO’n Zoonii lixaatti miseensota haaraa leenjisee bobbaasuu akkasuma loltoota mootummaa booji’aa akka jiru himame.

  • Post author:
  • Post last modified:March 6, 2024

WBO'n Zoonii lixaatti miseensota haaraa leenjisee bobbaasuu akkasuma loltoota mootummaa booji'aa akka jiru himame. Waraanni Bilisummaa Oromoo miseensota haaraa leenjii siyaasaa, waraanaaf kaaniin gahoomsuu itti fufuun Zoonii lixaatti tibbana eebbisee…

Continue ReadingWBO’n Zoonii lixaatti miseensota haaraa leenjisee bobbaasuu akkasuma loltoota mootummaa booji’aa akka jiru himame.

Human Rights Watch mootummaan Itoophiyaa gaggeessitoota paartilee mormituu hidhaan dararaa jira jechuun himate.

  • Post author:
  • Post last modified:March 6, 2024

Human Rights Watch mootummaan Itoophiyaa gaggeessitoota paartilee mormituu hidhaan dararaa jira jechuun himate. Dhaabbanni mirga namoomaaf falmu Human Rights Watch “Mootummaan Itoophiyaa qondaala olaanaa ABO obbo Battee Urgeessaa dabalatee miseensota…

Continue ReadingHuman Rights Watch mootummaan Itoophiyaa gaggeessitoota paartilee mormituu hidhaan dararaa jira jechuun himate.

Walloo aanaa Arxummaa Furseetti namooti 8 ajjeefamuun kanneen 15 caalan haleellaa Faannootiin ajjeefaman.

  • Post author:
  • Post last modified:March 5, 2024

Walloo aanaa Arxummaa Furseetti namooti 8 ajjeefamuun kanneen 15 caalan haleellaa Faannootiin ajjeefaman. Jaarraa tokkoo oliif lola eenyummaaf irratti taasifamu qolataa jiraataa kan as gahan uummanni Oromoo Walloo, ammallee haleellan…

Continue ReadingWalloo aanaa Arxummaa Furseetti namooti 8 ajjeefamuun kanneen 15 caalan haleellaa Faannootiin ajjeefaman.