Godina Shawaa Lixa Aanaalee garagaraa keessatti namootni nagaan ajjeefamaa jiraachuun barame.

  • Post author:
  • Post last modified:March 5, 2024

Godina Shawaa Lixa Aanaalee garagaraa keessatti namootni nagaan ajjeefamaa jiraachuun barame. Oromiyaa keessatti sababaa waraana mootummaan gaaga'amni dhaqqabaa jiruun uummati jiruuf jireenya dhuunfaa isaa gaggeeffachuu dadhabaa jira. Inumaa lubbuun oolanii…

Continue ReadingGodina Shawaa Lixa Aanaalee garagaraa keessatti namootni nagaan ajjeefamaa jiraachuun barame.

Itoophiyaan Dorgommii Atileetiksii Mana Keessaa Addunyaa 19ffaa Afrikaarraa 1ffaa bahuun xumurte

  • Post author:
  • Post last modified:March 4, 2024

Itoophiyaan Dorgommii Atileetiksii Mana Keessaa Addunyaa 19ffaa Afrikaarraa 1ffaa bahuun xumurte Shaampiyoonaa Atileetiksii Mana Keessaa Gilaasgowutti gaggeeffameen fiigicha meetira kuma 1fi 500 Dubartootaan Itoophiyaan meedaaliyaa Warqee argatteetti. Fiigichicha Atileet Firewayiin…

Continue ReadingItoophiyaan Dorgommii Atileetiksii Mana Keessaa Addunyaa 19ffaa Afrikaarraa 1ffaa bahuun xumurte

Diigamiinsa manneenii Naannoo Hararii keessatti raawwachaa jiruun uummata Oromoo irraan miidhaan lubbuu fi qaamaa qaqqabuun barame.

  • Post author:
  • Post last modified:March 4, 2024

Diigamiinsa manneenii Naannoo Hararii keessatti raawwachaa jiruun uummata Oromoo irraan miidhaan lubbuu fi qaamaa qaqqabuun barame. Guyyaa har'aa jechuun Bitootessa 4,2024 Mootummaa Naannoo Hararii magaala Harar  keessatti  uummatni Oromoo baay'een…

Continue ReadingDiigamiinsa manneenii Naannoo Hararii keessatti raawwachaa jiruun uummata Oromoo irraan miidhaan lubbuu fi qaamaa qaqqabuun barame.

Yuunivarsitii Hawaasaatti balaa isa mudateen barataan lubbuu dhabe, Yuunivarsitii Mattuutti ammoo barataan tokko of ajjeesuu himame.

  • Post author:
  • Post last modified:March 4, 2024

Yuunivarsitii Hawaasaatti balaa isa mudateen barataan lubbuu dhabe, Yuunivarsitii Mattuutti ammoo barataan tokko of ajjeesuu himame. Yuunivarsitii Hawaasaattii Barataan Habiib barataa Muummee "Governence and Developmental studies" waggaa 2ffaa du'aa Addunyaa…

Continue ReadingYuunivarsitii Hawaasaatti balaa isa mudateen barataan lubbuu dhabe, Yuunivarsitii Mattuutti ammoo barataan tokko of ajjeesuu himame.

Kibba Oromiyaa bakkeewwan adda addaatti ilmaan Oromoo ajjeefamaa jiraachuun gabaafame.

  • Post author:
  • Post last modified:March 4, 2024

Kibba Oromiyaa bakkeewwan adda addaatti ilmaan Oromoo ajjeefamaa jiraachuun gabaafame. Godina Gujii Lixaa Aanaa Birbirsa Kojowaa Ganda Daarsaa Edderaa jedhamuun beekamtu keessatti Waraanni Mootummaa maqaa sakkata'iinsa jedhuun callisanii dhukaasa dhukaasaa…

Continue ReadingKibba Oromiyaa bakkeewwan adda addaatti ilmaan Oromoo ajjeefamaa jiraachuun gabaafame.

Komishiniin mirga namoomaa Itoophiyaa naannoo Gaambeellaatti baatilee sagal keessatti namoonni 138 ajjeefamauun kanneen 113 madaa’uu caqase.

  • Post author:
  • Post last modified:February 29, 2024

Komishiniin mirga namoomaa Itoophiyaa naannoo Gaambeellaatti baatilee sagal keessatti namoonni 138 ajjeefamauun kanneen 113 madaa’uu caqase. Naannoo Gaambeellaatti Caamsaa 2023 irraa eegalee sababa walitti bu’iinsa hawaasaa fi haleellaa baqattoota irratti…

Continue ReadingKomishiniin mirga namoomaa Itoophiyaa naannoo Gaambeellaatti baatilee sagal keessatti namoonni 138 ajjeefamauun kanneen 113 madaa’uu caqase.