Hogganoonni Itoophiyaa fi Somaaliyaa tibbana gara Keeniyaa imalanii akka jiran gabaasaaleen hubachiisan.

  • Post author:
  • Post last modified:February 29, 2024

Hogganoonni Itoophiyaa fi Somaaliyaa tibbana gara Keeniyaa imalanii akka jiran gabaasaaleen hubachiisan. Ataakaaroo yaadaa irra kan jiran gaggeessitoonni Itoophiyaa fi Somaaliyaa gara Keeniyaa imalanii jiraachuu gabaasame. Muummee Ministeera Itoophiyaa Abiyyi…

Continue ReadingHogganoonni Itoophiyaa fi Somaaliyaa tibbana gara Keeniyaa imalanii akka jiran gabaasaaleen hubachiisan.

Naannoo Oromiyaatti caasaan dhoksaan nama ajjeesu ijaaramee hojiitti bobba’uu Rooyitarsi saaxile.

  • Post author:
  • Post last modified:February 26, 2024

Naannoo Oromiyaatti caasaan dhoksaan nama ajjeesu ijaaramee hojiitti bobba'uu Rooyitarsi saaxile. Naannoo Oromiyaatti koreen dhoksaa qondaaltota mootummaa olaanoo of keessa qabu, “WBO dabalatee mormitootasaa biroo ittiin himachuuf” jecha ajjeechaawwan seeraan…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti caasaan dhoksaan nama ajjeesu ijaaramee hojiitti bobba’uu Rooyitarsi saaxile.

Ilma namaa lubbuun jiruu bifa nama suukanneessuun osoo dararamuu Vidiyoon agarsiisu miidiyaa hawwaasaan qoodame.

  • Post author:
  • Post last modified:February 26, 2024

Ilma namaa lubbuun jiruu bifa nama suukanneessuun osoo dararamuu Vidiyoon agarsiisu miidiyaa hawwaasaan qoodame. Vidiyoon Kibba Oromiyaa Gujii ta'uu eeruun tibbana miidiyaa hawwaasaan qoodame daran qalbii namaa kan cabsu ta'e.…

Continue ReadingIlma namaa lubbuun jiruu bifa nama suukanneessuun osoo dararamuu Vidiyoon agarsiisu miidiyaa hawwaasaan qoodame.

MM Abiy Ahmad marii bakka bu’oota waliin taasise irratti mootummaan gara nagaatti akka dhufu hirmaattonni gaafatan.

  • Post author:
  • Post last modified:February 26, 2024

MM Abiy Ahmad marii bakka bu'oota waliin taasise irratti mootummaan gara nagaatti akka dhufu hirmaattonni gaafatan. Tibbana bakka bu'oota uummataa jechuun MM Itoophiyaa Abiyyi Ahemad fi Peresedaantiin Oromiyaa obbo Shimallis…

Continue ReadingMM Abiy Ahmad marii bakka bu’oota waliin taasise irratti mootummaan gara nagaatti akka dhufu hirmaattonni gaafatan.